LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 15:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Naasuu fi sodaan isaan irra buʼa.+

      Yaa Yihowaa, hamma sabni kee darbutti,

      Hamma sabni kee inni ati uumte+ darbutti,+

      Irreen kee guddaa taʼuu isaatiin kan kaʼe isaan akkuma dhagaa kan hin sochoone taʼu.

  • Keessa Deebii 11:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Ani harʼa dubbachaa kanan jiru isinitti malee, ilmaan keessan warra adaba Waaqa keessan Yihowaa, guddina isaa,+ harka isaa isa jabaa+ fi irree isaa isa diriirfame hin beekne yookiin hin arginetti akka hin taane isin ni beektu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi