LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 20:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis Museen akkana jedhee Qaadesh irraa gara mootii Edoomitti ergamtoota erge:+ “Obboleessi kee Israaʼel+ akkana jedha: ‘Ati rakkina nu irra gaʼe hundumaa akka gaariitti beekta.

  • Lakkoofsa 20:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Maaloo, biyya kee keessa akka darbinu nuuf heyyami. Nuti maasii midhaanii yookiin maasii wayinii kam iyyuu keessa hin darbinu; boolla bishaanii kam iyyuu keessaa bishaan hin dhugnu. Hamma biyya kee keessaa baanutti gara mirgaattis taʼe gara bitaatti utuu hin garagalin Daandii Mootichaa qabannee deemna.’”+

  • Lakkoofsa 21:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Achiis Israaʼel akkana jechuudhaan Sihoon isa mootii Amoorotaa taʼetti ergamtoota erge:+ 22 “Biyya kee keessa akka darbinu nuuf heyyami. Maasii midhaanii yookiin maasii wayinii kamitti iyyuu hin gorru. Boolla bishaanii kam iyyuu keessaa bishaan hin dhugnu. Hamma biyya kee keessaa baanutti Daandii Mootichaa qabannee deemna.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi