-
Lakkoofsa 21:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Achiis Israaʼel akkana jechuudhaan Sihoon isa mootii Amoorotaa taʼetti ergamtoota erge:+ 22 “Biyya kee keessa akka darbinu nuuf heyyami. Maasii midhaanii yookiin maasii wayinii kamitti iyyuu hin gorru. Boolla bishaanii kam iyyuu keessaa bishaan hin dhugnu. Hamma biyya kee keessaa baanutti Daandii Mootichaa qabannee deemna.”+
-