-
Iyyaasuu 13:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Achiis Museen akka maatii maatii isaaniitti gosa Ruubenotaatiif dhaala ni kenne;
-
-
Iyyaasuu 21:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Akka kanaan Israaʼelonni akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti,+ magaalota kanaa fi iddoowwan dheedichaa isaanii carraadhaan Leewwotaaf ni kennan.
-
-
Iyyaasuu 21:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Qedemoot iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Mefaat iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, jechuunis magaalota afur isaaniif ni kennan.
-