-
Lakkoofsa 35:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Isinis magaalattii gidduutti hambistanii magaalattiidhaa alatti gara bahaatiin dhundhuma 2,000, gara kibbaatiin dhundhuma 2,000, gara dhihaatiin dhundhuma 2,000, gara kaabaatiinis dhundhuma 2,000 ni safartu. Bakki dheedichaa magaalota isaanii kanneen kana ni taʼu.
-