-
Keessa Deebii 2:26-28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “Achiis lafa onaa Qedemoot+ keessaa gara Sihoon isa mootii Heshboon taʼetti dhaamsa nagaa akkana jedhu akka itti himaniif ergamtoota nan erge:+ 27 ‘Biyya kee keessa akkan darbu naaf heyyami. Ani daandichuma irran deema; isa irraa gara mirgaattis taʼe gara bitaatti hin goru.+ 28 Nyaata natti gurgurtu qofan nyaadha; bishaan natti gurgurtu qofan dhuga. Miilumaan akkan darbu qofa naaf heyyami;
-