Uumama 36:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, Esaawu naannoo gaarotaa Seʼiir+ keessa jiraachuu jalqabe. Esaawu Edoom jedhamees ni waamama.+ Keessa Deebii 2:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sabichas akkana jedhii ajaji: “Isin karaa daangaa sanyii Esaawu warra obboloota keessan taʼanii+ fi Seʼiir keessa jiraachaa jiran+ sanaatiin ni darbitu; isaan isin ni sodaatu;+ isinis of eeggannoo guddaa godhaa. Keessa Deebii 23:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Inni obboleessa kee waan taʼeef nama biyya Edoom hin jibbin.+ “Ati biyya isaa keessatti nama biyya ormaa waan turteef, nama biyya Gibxii hin jibbin.+
8 Kanaafuu, Esaawu naannoo gaarotaa Seʼiir+ keessa jiraachuu jalqabe. Esaawu Edoom jedhamees ni waamama.+
4 Sabichas akkana jedhii ajaji: “Isin karaa daangaa sanyii Esaawu warra obboloota keessan taʼanii+ fi Seʼiir keessa jiraachaa jiran+ sanaatiin ni darbitu; isaan isin ni sodaatu;+ isinis of eeggannoo guddaa godhaa.
7 “Inni obboleessa kee waan taʼeef nama biyya Edoom hin jibbin.+ “Ati biyya isaa keessatti nama biyya ormaa waan turteef, nama biyya Gibxii hin jibbin.+