Uumama 14:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 akkasumas Hooritota+ gaara isaanii Seʼiir+ irraa jalqabee hamma El Phaaraan isa lafa onaa biratti argamu keessatti ni injifatan. Keessa Deebii 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ani lafa isaanii irraa iddoo hamma faana miilaa geessu illee isiniif waan hin kennineef, isaanii wajjin diinummaa hin uuminaa;* sababiin isaas, ani Gaara Seʼiir Esaawuf dhaalaan kenneera.+
6 akkasumas Hooritota+ gaara isaanii Seʼiir+ irraa jalqabee hamma El Phaaraan isa lafa onaa biratti argamu keessatti ni injifatan.
5 Ani lafa isaanii irraa iddoo hamma faana miilaa geessu illee isiniif waan hin kennineef, isaanii wajjin diinummaa hin uuminaa;* sababiin isaas, ani Gaara Seʼiir Esaawuf dhaalaan kenneera.+