Keessa Deebii 32:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni Hundaa Olii yommuu sabootaaf dhaala isaanii kennetti,+Yommuu ilmaan Addaam* isa tokko isa kan biraa irraa adda baasetti,+Inni akka lakkoofsa ilmaan Israaʼelitti,+Daangaa sabootaa ni murteesse.+ Iyyaasuu 24:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yisihaaqiif immoo Yaaqoobii fi Esaawuun nan kenne.+ Boodas, Esaawuuf Gaara Seʼiir dhaalaan nan kenne;+ Yaaqoobii fi ilmaan isaa immoo gara Gibxiitti gad ni buʼan.+ Hojii Ergamootaa 17:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Akkasumas, namoota saba hundumaa nama tokko irraa uumee+ guutummaa lafaa irra akka jiraatan godhe;+ baroota murteeffaman ni kaaʼe; bakka namoonni keessa jiraatanis ni daangesse;+
8 Inni Hundaa Olii yommuu sabootaaf dhaala isaanii kennetti,+Yommuu ilmaan Addaam* isa tokko isa kan biraa irraa adda baasetti,+Inni akka lakkoofsa ilmaan Israaʼelitti,+Daangaa sabootaa ni murteesse.+
4 Yisihaaqiif immoo Yaaqoobii fi Esaawuun nan kenne.+ Boodas, Esaawuuf Gaara Seʼiir dhaalaan nan kenne;+ Yaaqoobii fi ilmaan isaa immoo gara Gibxiitti gad ni buʼan.+
26 Akkasumas, namoota saba hundumaa nama tokko irraa uumee+ guutummaa lafaa irra akka jiraatan godhe;+ baroota murteeffaman ni kaaʼe; bakka namoonni keessa jiraatanis ni daangesse;+