LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ani lafa isaanii irraa iddoo hamma faana miilaa geessu illee isiniif waan hin kennineef, isaanii wajjin diinummaa hin uuminaa;* sababiin isaas, ani Gaara Seʼiir Esaawuf dhaalaan kenneera.+

  • Keessa Deebii 2:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Lafa isan Amoonotaaf dhaalaan kenne irraa isa tokko illee waanan siif hin kennineef, yommuu Amoonotatti dhihaattu isaan hin dhiphisin yookiin isaan hin aarsin; sababiin isaas, biyyattii sanyii Looxiif dhaalaan kenneera.+

  • Hojii Ergamootaa 17:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Akkasumas, namoota saba hundumaa nama tokko irraa uumee+ guutummaa lafaa irra akka jiraatan godhe;+ baroota murteeffaman ni kaaʼe; bakka namoonni keessa jiraatanis ni daangesse;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi