LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 19:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Akka kanaan, ijoolleen durbaa Loox lamaan abbaa isaanii irraa ni ulfaaʼan.

  • Uumama 19:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Ishiin quxisuunis ilma ni deesse; maqaa isaas Benʼamii jettee moggaaste. Inni abbaa Amoonota+ yeroo ammaatti argamanii ti.

  • Keessa Deebii 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis Yihowaan akkana naan jedhe: ‘Ani lafa isaa keessaa waan tokko illee dhaalaan waanan siif hin kennineef, Moʼaabii wajjin diinummaa hin uumin yookiin isa hin lolin; sababiin isaas, ani biyya Aar sanyii Looxiif dhaalaan kenneera.+

  • Abbootii Murtii 11:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 akkana akka isaan jedhan isaanitti hime:

      “Yiftaan akkana jedha: ‘Israaʼelonni biyya Moʼaabotaa+ fi biyya Amoonotaa+ hin fudhanne;

  • 2 Seenaa Baraa 20:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ammas namoonni Amoon, namoonni Moʼaabii fi namoonni naannoo gaarotaa Seʼiir+ warri ati yommuu Israaʼelonni biyya Gibxiitii baʼanitti akka isaan weeraran hin heyyamneef sun as jiru. Israaʼelonni isaan dhiisaniiru; isaan hin balleessines.+

  • Hojii Ergamootaa 17:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Akkasumas, namoota saba hundumaa nama tokko irraa uumee+ guutummaa lafaa irra akka jiraatan godhe;+ baroota murteeffaman ni kaaʼe; bakka namoonni keessa jiraatanis ni daangesse;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi