LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 2:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Lafa isan Amoonotaaf dhaalaan kenne irraa isa tokko illee waanan siif hin kennineef, yommuu Amoonotatti dhihaattu isaan hin dhiphisin yookiin isaan hin aarsin; sababiin isaas, biyyattii sanyii Looxiif dhaalaan kenneera.+

  • Abbootii Murtii 11:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yeroo muraasa booda Amoononni Israaʼel irratti waraana banan.+

  • Nahimiyaa 13:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Guyyaa sanatti kitaabni Musee utuma sabichi dhagaʼuu ni dubbifame;+ yaanni namni Amoon yookiin namni Moʼaab+ yoom iyyuu gara gumii Waaqa dhugaatti galuu akka hin qabne ibsus barreeffamee argame;+

  • Sefaaniyaa 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha,

      Moʼaab akka Sodoom,+

      Amoonis akka Gomoraa ni taʼu,+

      Iddoo doobbiin itti biqiluu fi boolla soogiddaa ni taʼu, yeroo hundumaatiifis ona ni taʼu.+

      Warri uummata koo keessaa hafan isaan ni saamu,

      Warri saba koo keessaa hafan isaan ni dhaalu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi