-
Uumama 19:36-38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Akka kanaan, ijoolleen durbaa Loox lamaan abbaa isaanii irraa ni ulfaaʼan. 37 Ishiin angafaa ilma ni deesse; maqaa isaas Moʼaab+ jettee moggaaste. Inni abbaa Moʼaabota yeroo ammaatti argamanii ti.+ 38 Ishiin quxisuunis ilma ni deesse; maqaa isaas Benʼamii jettee moggaaste. Inni abbaa Amoonota+ yeroo ammaatti argamanii ti.
-