LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 2:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Lafa isan Amoonotaaf dhaalaan kenne irraa isa tokko illee waanan siif hin kennineef, yommuu Amoonotatti dhihaattu isaan hin dhiphisin yookiin isaan hin aarsin; sababiin isaas, biyyattii sanyii Looxiif dhaalaan kenneera.+

  • Keessa Deebii 2:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Taʼus ati biyya Amoonotaatti,+ guutummaa qarqara Sulula* Yaaboqittii+ fi magaalota naannoo gaarotaa keessa jiranitti yookiin bakka Waaqni keenya Yihowaan nu dhowwe kan biraa kamitti iyyuu hin dhihaanne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi