Keessa Deebii 3:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Ruubenotaa fi Gaadotaaf+ immoo Giiliyaad irraa jalqabee hamma Sulula* Arnoonitti nan kenne. Walakkaan sululichaas daangaa isaa ture. Kana malees hamma Yaaboq, jechuunis hamma sulula daangaa Amoonotaa taʼe sanaatti, Abbootii Murtii 11:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 akkana akka isaan jedhan isaanitti hime: “Yiftaan akkana jedha: ‘Israaʼelonni biyya Moʼaabotaa+ fi biyya Amoonotaa+ hin fudhanne;
16 Ruubenotaa fi Gaadotaaf+ immoo Giiliyaad irraa jalqabee hamma Sulula* Arnoonitti nan kenne. Walakkaan sululichaas daangaa isaa ture. Kana malees hamma Yaaboq, jechuunis hamma sulula daangaa Amoonotaa taʼe sanaatti,
15 akkana akka isaan jedhan isaanitti hime: “Yiftaan akkana jedha: ‘Israaʼelonni biyya Moʼaabotaa+ fi biyya Amoonotaa+ hin fudhanne;