Uumama 36:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, Esaawu naannoo gaarotaa Seʼiir+ keessa jiraachuu jalqabe. Esaawu Edoom jedhamees ni waamama.+ Keessa Deebii 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ani lafa isaanii irraa iddoo hamma faana miilaa geessu illee isiniif waan hin kennineef, isaanii wajjin diinummaa hin uuminaa;* sababiin isaas, ani Gaara Seʼiir Esaawuf dhaalaan kenneera.+
8 Kanaafuu, Esaawu naannoo gaarotaa Seʼiir+ keessa jiraachuu jalqabe. Esaawu Edoom jedhamees ni waamama.+
5 Ani lafa isaanii irraa iddoo hamma faana miilaa geessu illee isiniif waan hin kennineef, isaanii wajjin diinummaa hin uuminaa;* sababiin isaas, ani Gaara Seʼiir Esaawuf dhaalaan kenneera.+