Lakkoofsa 20:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis Museen akkana jedhee Qaadesh irraa gara mootii Edoomitti ergamtoota erge:+ “Obboleessi kee Israaʼel+ akkana jedha: ‘Ati rakkina nu irra gaʼe hundumaa akka gaariitti beekta. Keessa Deebii 23:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Inni obboleessa kee waan taʼeef nama biyya Edoom hin jibbin.+ “Ati biyya isaa keessatti nama biyya ormaa waan turteef, nama biyya Gibxii hin jibbin.+
14 Achiis Museen akkana jedhee Qaadesh irraa gara mootii Edoomitti ergamtoota erge:+ “Obboleessi kee Israaʼel+ akkana jedha: ‘Ati rakkina nu irra gaʼe hundumaa akka gaariitti beekta.
7 “Inni obboleessa kee waan taʼeef nama biyya Edoom hin jibbin.+ “Ati biyya isaa keessatti nama biyya ormaa waan turteef, nama biyya Gibxii hin jibbin.+