LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 5:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Achiis akkana naan jettan: ‘Kunoo, Waaqni keenya Yihowaan ulfina isaa fi guddina isaa nutti argisiiseera; ibidda sana keessaas sagalee isaa dhageenyeerra.+ Waaqayyo namaa wajjin dubbatee namni lubbuudhaan ooluu akka dandaʼu harʼa argineerra.+

  • Keessa Deebii 9:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Akkana jedhees gara Yihowaatti wawwaannaa dhiheessuun jalqabe: ‘Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, saba kee irratti badiisa hin fidin. Isaan qabeenya dhuunfaa keetii,*+ warra ati guddina keetiin furtee fi harka jabaadhaan biyya Gibxii keessaa baaste dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi