- 
	                        
            
            1 Qorontos 8:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Sababiin isaas, “waaqolii” hedduunii fi “gooftolii” hedduun jiru; taʼus, samii irrattis taʼe lafa irratti+ waaqolii kan jedhaman yoo jiraatan iyyuu, 6 nuuf garuu Waaqa tokkicha+ isa Abbaa+ keenya taʼe, isa wantoonni hundi biraa argamanii fi nutis kan isaa taane qofatu jira;+ akkasumas, Gooftaa tokkicha isa wantoonni hundi karaa isaa argamanii+ fi nutis karaa isaa argamne Yesuus Kiristoos qofatu jira.
 
 -