1 Seenaa Baraa 16:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Waaqoliin sabootaa hundi waaqolii gatii hin qabne dha;+Yihowaan garuu isa samiiwwan tolche dha.+ 1 Qorontos 8:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Nyaata waaqolii tolfamoodhaaf dhihaate nyaachuu ilaalchisee, waaqoliin tolfamoon gatii akka hin qabnee+ fi Waaqa isa tokkicha malee kan biraan akka hin jirre beekna.+
4 Nyaata waaqolii tolfamoodhaaf dhihaate nyaachuu ilaalchisee, waaqoliin tolfamoon gatii akka hin qabnee+ fi Waaqa isa tokkicha malee kan biraan akka hin jirre beekna.+