Keessa Deebii 6:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Yaa Israaʼel dhagaʼi: Waaqni keenya Yihowaan, Yihowaa tokkicha dha.+ Keessa Deebii 32:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Amma ani isa taʼuu koo hubadhaa,+Ana malee waaqoliin kan biroon hin jiran.+ Ani nan ajjeesa, nan jiraachisas.+ Ani nan madeessa,+ nan fayyisas;+Harka koo keessaa oolchuu kan dandaʼu tokko illee hin jiru.+
39 Amma ani isa taʼuu koo hubadhaa,+Ana malee waaqoliin kan biroon hin jiran.+ Ani nan ajjeesa, nan jiraachisas.+ Ani nan madeessa,+ nan fayyisas;+Harka koo keessaa oolchuu kan dandaʼu tokko illee hin jiru.+