1 Saamuʼel 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaan ni ajjeesa, ni jiraachisas;*Gara Awwaalaatti* gad ni buusa, achi keessaas ol ni baasa.+ Faarfannaa 68:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Waaqni dhugaan Waaqa nu oolchu dha;+Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan duʼa irraa nama oolcha.+