Isaayyaas 12:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+ Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+ Isaayyaas 45:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Haa taʼu malee, Yihowaan Israaʼeliif fayyina bara baraa ni argamsiisa.+ Isin bara baraaf hin qaanoftan, hin salphattanis.+
2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+ Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+
17 Haa taʼu malee, Yihowaan Israaʼeliif fayyina bara baraa ni argamsiisa.+ Isin bara baraaf hin qaanoftan, hin salphattanis.+