LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 29:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Kanaafuu, Yihowaan inni Abrahaamiin fure+ mana Yaaqoobiin akkana jedha:

      “Yaaqoob kana booda hin qaanaʼu,

      Fuulli isaas kana booda hin daalachaaʼu.*+

  • Isaayyaas 54:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Ati waan hin qaanofneef,+ hin sodaatin;+

      Gadda irra waan hin buuneefis, hin saalfatin.

      Qaanii ijoollummaa keetti si irra gaʼe ni irraanfatta,

      Salphina dubartii abbaan manaa irraa duʼe taʼuu keetiin si irra gaʼes kana booda hin yaadattu.”

  • Yooʼel 2:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Isin dhugumaan hamma quuftanitti ni nyaattu,+

      Maqaa Waaqa keessan Yihowaas ni jajattu,+

      Inni isiniif jedhee wantoota dinqisiisoo raawwateera;

      Sabni koo matumaa lammata hin qaanaʼu.+

  • Sefaaniyaa 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Guyyaa sanatti gochawwan kee warra ittiin na irratti fincilte sanaan kan kaʼe

      Ati hin qaaneffamtu,+

      Sababiin isaas, ani yeroo sanatti warra of tuulan si gidduudhaa nan balleessa,

      Atis kana booda gaara koo isa qulqulluu irratti matumaa of hin tuultu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi