Yooʼel 2:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Ani Israaʼel gidduu akkan jiru,+Waaqa keessan Yihowaa akkan taʼee+ fi ana malee kan biraan akka hin jirre dhugumaan ni hubattu! Sabni koo matumaa lammata hin qaanaʼu.
27 Ani Israaʼel gidduu akkan jiru,+Waaqa keessan Yihowaa akkan taʼee+ fi ana malee kan biraan akka hin jirre dhugumaan ni hubattu! Sabni koo matumaa lammata hin qaanaʼu.