-
Hisqiʼel 37:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “‘“Anis isaanii wajjin kakuu nagaa nan gala;+ kakuun kunis kakuu bara baraa ani isaanii wajjin galu ni taʼa. Ani isaan nan dhaaba, isaan nan baayʼisa;+ iddoo qulqulluu koos bara baraaf isaan gidduu nan kaaʼa. 27 Dunkaanni* koo isaanii wajjin* ni taʼa; ani Waaqa isaanii nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu.+
-