-
Hisqiʼel 10:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Utuman ilaalaa jiruus, kiruubelota sana biratti geengoowwan afur nan arge; tokkoon tokkoon kiruubelotaa bira geengoon tokko tokko jira ture; geengoowwan sunis akkuma dhagaa kirisoliixos kan calaqqisan fakkaatu turan.+
-
-
Hisqiʼel 10:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Guutummaan qaama isaanii, dugdi isaanii, harki isaanii, qoochoon isaanii, akkasumas geengoowwan sun, jechuunis geengoowwan isaanii arfan ijaan kan guutaman turan.+
-