LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 1:15-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Uumamawwan jiraatoo kana yommuun ilaalus, tokkoon tokkoon uumamawwan jiraatoo fuula afur afur qaban kana biratti lafa irratti geengoo tokko tokko nan arge.+ 16 Geengoowwan kunii fi bocni isaanii akkuma kirisoliixositti* calaqqisa ture; arfan isaaniis wal fakkaatu turan. Bifti isaanii fi bocni isaanii geengoo wal keessa jiru fakkaata ture.* 17 Isaan yommuu sochoʼan utuu duubatti garagaluun isaan hin barbaachisin kallattii arfaniin iyyuu deemuu dandaʼu turan. 18 Geengoowwan sun baayʼee dhedheeroo waan taʼaniif nama ajaaʼibsiisu turan; qarqarri arfan isaaniis ijaan kan marfame ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi