LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 1:21-23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Ishiin ilma ni deessi; atis maqaa isaa Yesuus* jettee moggaasta;+ inni saba isaa cubbuu isaanii irraa ni fayyisa.”+ 22 Kun hundi kan taʼe, wanti Yihowaan* karaa raajii isaa akkana jedhee dubbate akka raawwatamuufi: 23 “Kunoo, durbi ulfooftee ilma ni deessi; maqaa isaas Amaanuʼel+ jedhanii moggaasu”; hiikni isaas, “Waaqayyo Nuu Wajjin Jira”+ jechuu dha.

  • Luqaas 2:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Guyyaa saddeettaffaatti yeroon itti dhaqna isa qaban yommuu gaʼu,+ akkuma maleekaan Waaqayyoo haati isaa ulfaaʼuu ishii dura dubbatee turetti maqaa isaa Yesuus jedhanii moggaasan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi