LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 1:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Taʼus, kana gochuuf yaadee utuu jiruu, kunoo, maleekaan Yihowaa* abjuudhaan isatti mulʼatee akkana isaan jedhe: “Yaa Yoseef ilma Daawit, ishiin kan ulfoofte hafuura qulqulluudhaan waan taʼeef,+ haadha manaa tee Maariyaamiin gara mana keetti fudhachuu hin sodaatin. 21 Ishiin ilma ni deessi; atis maqaa isaa Yesuus* jettee moggaasta;+ inni saba isaa cubbuu isaanii irraa ni fayyisa.”+

  • Luqaas 1:30, 31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Kanaafuu, maleekaan sun akkana ishiidhaan jedhe: “Yaa Maariyaam, Waaqayyo duratti fudhatama waan argatteef hin sodaatin. 31 Kunoo, ulfooftee ilma ni deessa;+ maqaa isaas Yesuus jettee moggaasta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi