Luqaas 1:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Maleekaan sunis akkana jedhee ishiidhaaf deebise: “Hafuurri qulqulluun si irra buʼa,+ humni Isa Hundaa Oliis si golga. Kanaan kan kaʼes mucaan dhalatu qulqullicha,+ Ilma Waaqayyoo+ jedhama.
35 Maleekaan sunis akkana jedhee ishiidhaaf deebise: “Hafuurri qulqulluun si irra buʼa,+ humni Isa Hundaa Oliis si golga. Kanaan kan kaʼes mucaan dhalatu qulqullicha,+ Ilma Waaqayyoo+ jedhama.