Yohaannis 6:68, 69 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 68 Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: “Yaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna?+ Ati dubbii jireenya bara baraa qabda.+ 69 Ati Qulqullicha Isa kan Waaqayyoo akka taate amanneerra, beekneerras.”+
68 Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: “Yaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna?+ Ati dubbii jireenya bara baraa qabda.+ 69 Ati Qulqullicha Isa kan Waaqayyoo akka taate amanneerra, beekneerras.”+