20 Taʼus, kana gochuuf yaadee utuu jiruu, kunoo, maleekaan Yihowaa abjuudhaan isatti mulʼatee akkana isaan jedhe: “Yaa Yoseef ilma Daawit, ishiin kan ulfoofte hafuura qulqulluudhaan waan taʼeef,+ haadha manaa tee Maariyaamiin gara mana keetti fudhachuu hin sodaatin.