-
Maatewos 14:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Achiis warri bidiruu sana irra turan, “Ati dhuguma Ilma Waaqayyoo ti” jedhanii isaaf sagadan.
-
-
Yohaannis 20:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Haa taʼu malee wantoonni kun kan barreeffaman, Yesuus dhuguma Kiristoos Ilma Waaqayyoo taʼuu isaa akka amantaniif, amantaniis karaa maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.+
-