LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 3:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 kunis, isatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi.+

  • Yohaannis 5:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni dubbii koo dhagaʼuu fi isa na erge sanatti amanu hundi jireenya bara baraa qaba;+ akkasumas duʼa jalaa gara jireenyaatti darba malee isatti hin murteeffamu.+

  • 1 Pheexiros 1:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Isin matumaa isa argitanii kan hin beekne taʼus isa ni jaallattu. Amma isa kan hin argine yoo taʼe illee isatti ni amantu; akkasumas gammachuu guddaa jechaan ibsamuu hin dandeenyeen baayʼee gammadaa jirtu; 9 sababiin isaas, amantiin keessan fayyina akka isiniif* argamsiisu beektu.+

  • 1 Yohaannis 5:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ani wantoota kana kanan isiniif barreessu, isin warri maqaa Ilma Waaqayyootti amantan+ jireenya bara baraa+ qabaachuu keessan akka beektaniifi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi