LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 2:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 sababiin isaas, ijji koo karaa ati fayyina ittiin argamsiistu+ argeera;

  • Yohaannis 1:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Yesuus gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: “Ilaa, Hoolicha+ Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa+ balleessu!+

  • Hojii Ergamootaa 4:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kana malees, fayyinni nama kan biraa eenyuun iyyuu hin argamu; sababiin isaas, akka ittiin fayyinuuf samiidhaa gaditti+ maqaan namootaaf kenname kan biraan hin jiru.”+

  • Hojii Ergamootaa 5:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Sabni Israaʼel akka yaada geddaratuu fi dhiifama cubbuu akka argatuuf,+ Waaqayyo Bakka Buʼaa Isa Guddaa+ fi Fayyisaa+ godhee mirga isaatti ol isa kaaseera.+

  • Efesoon 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Akka baayʼina gaarummaa isaa isa guddaatti, karaa dhiiga Ilma isaa+ furicha kaffaluu isaatiin bilisa baaneerra, eeyyee, cubbuun keenya nuuf dhiifameera.+

  • Ibroota 7:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Inni yeroo hundumaa jiraatee waan isaaniif kadhatuuf,+ warra karaa isaa gara Waaqayyootti dhihaatan guutummaatti oolchuu ni dandaʼa.

  • 1 Pheexiros 2:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Nuti cubbuudhaaf duunee qajeelummaadhaaf akka jiraannuuf, inni cubbuu keenya qaama isaatiin muka irratti+ baate.+ “Isinis madaa isaatiin fayyifamtan.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi