LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 52:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yihowaan saboota hundumaa duratti irree isaa mulʼiseera;+

      Guutummaan andaara lafaas gochawwan fayyinaa* Waaqni keenya raawwatu ni argu.+

  • Luqaas 3:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 kunis kan taʼe akkuma kitaaba Isaayyaas raajichaa keessatti akkana jedhamee barreeffametti dha: “Sagaleen tokko lafa onaa keessaa akkana jedhee iyya: ‘Daandii Yihowaa* qopheessaa! Karaa isaas wal qixxeessaa.+

  • Luqaas 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 foon* hundis fayyina Waaqayyo+ fidu* ni arga.’”

  • Hojii Ergamootaa 4:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kana malees, fayyinni nama kan biraa eenyuun iyyuu hin argamu; sababiin isaas, akka ittiin fayyinuuf samiidhaa gaditti+ maqaan namootaaf kenname kan biraan hin jiru.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi