LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 40:3-5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Lafa onaa keessaa sagaleen akkana jedhu tokko ni dhagaʼama:

      “Daandii Yihowaa qopheessaa!+

      Gammoojjii keessattis Waaqa keenyaaf daandii guddaa qajeelaa taʼe qopheessaa.+

       4 Sululli hundi ol haa kaafamu,

      Gaarrii fi tabbi hundis gad haa buʼu.

      Lafti buʼaa baʼii qabu diriiraa,

      Lafti wal caccaalus dirree sulula keessa jiru haa taʼu.+

       5 Ulfinni Yihowaa ni mulʼata,+

      Foon* hundis waliin taʼee kana ni arga,+

      Sababiin isaas, afaan Yihowaa kana dubbateera.”

  • Luqaas 2:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 sababiin isaas, ijji koo karaa ati fayyina ittiin argamsiistu+ argeera;

  • Hojii Ergamootaa 28:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Kanaafuu, fayyinni Waaqayyo biraa dhufe kun saboota kaaniif ergamuu isaa beekaa;+ isaan dhuguma isa ni dhagaʼu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi