16 Namoota qaro dhabeeyyii taʼan daandii isaan hin beekne irra nan geggeessa,+
Daandiiwwan isaaniif haaraa taʼan irra akka ejjetanis nan godha.+
Dukkana isaan dura jiru gara ifaatti,+
Lafa buʼaa baʼii qabus gara lafa diriiraatti nan jijjiira.+
Ani kana isaaniif nan godha, ani isaan hin dhiisu.”