Isaayyaas 60:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 60 “Yaa dubartii nana, ifni kee waan dhufeef, kaʼi,+ ifa kee ibsi. Ulfinni Yihowaa si irratti ni ifa.+ Isaayyaas 60:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yihowaan ifa bara baraa waan siif taʼuuf,+Guyyoonni gaddaa kees waan xumuramaniif,+Kana booda aduun kee hin lixxu,Addeessi kees hirʼachaa hin deemtu.
60 “Yaa dubartii nana, ifni kee waan dhufeef, kaʼi,+ ifa kee ibsi. Ulfinni Yihowaa si irratti ni ifa.+
20 Yihowaan ifa bara baraa waan siif taʼuuf,+Guyyoonni gaddaa kees waan xumuramaniif,+Kana booda aduun kee hin lixxu,Addeessi kees hirʼachaa hin deemtu.