Isaayyaas 51:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yaa Yerusaalem, Dammaqi! Dammaqi! Kaʼi!+ Ati harka Yihowaa irraa xoofoo dheekkamsaa isaa fudhattee dhugdeetta. Xoofoo sana keessaa dhugdeetta;Xoofoo nama gatantarsu keessaa xuruursitee dhugdeetta.+ Isaayyaas 52:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 Yaa Xiyoon, dammaqi! Dammaqi! Jabinas uffadhu!+ Yaa Yerusaalem ishii magaalaa qulqulluu taate nana, uffata kee isa bareedaa uffadhu!+ Sababiin isaas, kana booda dhaqna kan hin qabannee fi xuraaʼaa kan taʼe sitti hin seenu.+
17 Yaa Yerusaalem, Dammaqi! Dammaqi! Kaʼi!+ Ati harka Yihowaa irraa xoofoo dheekkamsaa isaa fudhattee dhugdeetta. Xoofoo sana keessaa dhugdeetta;Xoofoo nama gatantarsu keessaa xuruursitee dhugdeetta.+
52 Yaa Xiyoon, dammaqi! Dammaqi! Jabinas uffadhu!+ Yaa Yerusaalem ishii magaalaa qulqulluu taate nana, uffata kee isa bareedaa uffadhu!+ Sababiin isaas, kana booda dhaqna kan hin qabannee fi xuraaʼaa kan taʼe sitti hin seenu.+