LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 35:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Daandii guddaan tokkos achitti ni argama,+

      Eeyyee, inni Daandii Qulqullummaa ni jedhama.

      Xuraaʼaa kan taʼe isa irra hin deemu.+

      Inni isa karicha irra deemuuf kan ramadame dha;

      Gowwaa kan taʼe tokko illee isatti hin goru.

  • Isaayyaas 60:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Namoonni kee hundi qajeelota ni taʼu;

      Bara baraafis biyyattii ni dhaalu.

      Isaan latii ani dhaabe,

      Hojii harka kootii+ isan ittiin of miidhagsu dha.+

  • Mulʼata 21:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Haa taʼu malee, wanti xuraaʼaa taʼe kam iyyuu, akkasumas namni wanta jibbisiisaa fi gowwoomsaa taʼe raawwatu kam iyyuu matumaa ishiitti hin seenu;+ warra maraa kitaaba jireenyaa Hoolichaa keessatti barreeffaman qofatu itti seena.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi