-
Izraa 1:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Saba isaa hundumaa keessaa namni isin gidduutti argamu kam iyyuu Waaqni isaa isaa wajjin haa taʼu; innis gara Yerusaalem ishii Yihudaa keessatti argamtutti ol baʼee mana Yihowaa Waaqa Israaʼel isa manni isaa Yerusaalem keessatti argamuu deebisee haa ijaaru; inni Waaqa dhugaa dha.
-
-
Isaayyaas 49:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Ani gaarota koo hundumaa daandii nan godha,
Daandiiwwan koo warri guguddoonis ol ni kaafamu.+
-