LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Dubbiin Yihowaan karaa Ermiyaas dubbate+ akka raawwatamuuf, waggaa jalqabaa Qiiros+ mootii Faarsitti, Yihowaan guutummaa mootummaa isaa keessatti labsii tokko akka labsuuf hafuura Qiiros mootii Faarsi ni kakaase; innis akkana jedhee labsii sana barreesse:+

  • Izraa 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Saba isaa hundumaa keessaa namni isin gidduutti argamu kam iyyuu Waaqni isaa isaa wajjin haa taʼu; innis gara Yerusaalem ishii Yihudaa keessatti argamtutti ol baʼee mana Yihowaa Waaqa Israaʼel isa manni isaa Yerusaalem keessatti argamuu deebisee haa ijaaru; inni Waaqa dhugaa dha.

  • Isaayyaas 11:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Inni sabootaaf mallattoo* ni dhaaba; Israaʼel keessaa warra bittinnaaʼan walitti ni qaba;+ Yihudaa keessaa warra faffacaʼanis golee lafaa arfan irraa walitti ni qaba.+

  • Isaayyaas 49:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:

      “Kunoo, ani gara sabootaatti harka koo nan kaasa,

      Gara namootaattis mallattoo* koo nan kaasa.+

      Isaan ijoollee dhiiraa kee harka* isaaniitti qabatanii ni fidu,

      Ijoollee durbaa kees gateettii isaaniitti ni baatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi