Isaayyaas 62:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Darbaa, karricha keessa darbaa. Sabichaaf daandii qopheessaa.+ Ijaaraa, daandii guddaa ijaaraa. Dhagoota isa irraa kaasaa.+ Uummatichaaf mallattoo* tokko dhaabaa.+
10 Darbaa, karricha keessa darbaa. Sabichaaf daandii qopheessaa.+ Ijaaraa, daandii guddaa ijaaraa. Dhagoota isa irraa kaasaa.+ Uummatichaaf mallattoo* tokko dhaabaa.+