- 
	                        
            
            Isaayyaas 40:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Lafa onaa keessaa sagaleen akkana jedhu tokko ni dhagaʼama:
“Daandii Yihowaa qopheessaa!+
Gammoojjii keessattis Waaqa keenyaaf daandii guddaa qajeelaa taʼe qopheessaa.+
4 Sululli hundi ol haa kaafamu,
Gaarrii fi tabbi hundis gad haa buʼu.
Lafti buʼaa baʼii qabu diriiraa,
Lafti wal caccaalus dirree sulula keessa jiru haa taʼu.+
 
 -