LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 5:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ani Efreemitti leenca saafela,

      Mana Yihudaattis leenca cimaa nan taʼa.

      Ofuma kootii isaan cicciree nan deema;+

      Ani isaan fuudhee nan deema, kan isaan oolchus hin jiraatu.+

      15 Rakkina balleessaa isaaniitiin kan kaʼe dhufu hamma baatanitti ani nan deema; gara iddoo koottis nan deebiʼa,

      Achiis isaan gara laafina* koo ni barbaaddatu.+

      Yommuu dhiphatanitti na barbaaddatu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi