LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 “Isin achuma taatanii Waaqa keessan Yihowaa yoo barbaaddattan, garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaan yoo isa barbaaddattan+ dhugumaan isa ni argattu.+ 30 Dhiphina guddaa keessa yommuu galtuu fi wantoonni kun hundi yeroo booda yommuu si irra gaʼan, ati gara Waaqa kee Yihowaatti ni deebita, sagalee isaas ni dhageessa.+

  • Keessa Deebii 30:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis sagalee Waaqa kee Yihowaa ni dhageessa; ajajawwan isaa fi dambiiwwan isaa warra kitaaba Seeraa kana irratti barreeffaman ni eegda; garaa kee guutuu fi lubbuu* kee guutuudhaanis gara Waaqa kee Yihowaatti ni deebita.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi