-
2 Seenaa Baraa 15:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Haa taʼu malee, isaan yeroo dhiphatanitti gara Yihowaa isa Waaqa Israaʼel taʼetti ni deebiʼan; isas ni barbaaddatan; innis isaaniif ni argame.+
-