Faarfannaa 106:43, 44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Inni yeroo baayʼee isaan ni oolche,+Isaan garuu ni fincilu, ajajamuu ni didu,+Balleessaa isaaniitiin kan kaʼes ni salphatu turan.+ 44 Inni garuu dhiphina isaanii ni ilaala,+Iyya isaan gargaarsa argachuuf dhiheessanis ni dhagaʼa ture.+ Isaayyaas 55:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+
43 Inni yeroo baayʼee isaan ni oolche,+Isaan garuu ni fincilu, ajajamuu ni didu,+Balleessaa isaaniitiin kan kaʼes ni salphatu turan.+ 44 Inni garuu dhiphina isaanii ni ilaala,+Iyya isaan gargaarsa argachuuf dhiheessanis ni dhagaʼa ture.+
7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+